OBN Cyber Media,Amajjii 04,2017-Kutaa Magaalaa Sabbataatti Dorgommiin Ispoortii Aadaafi Festivaalli Aadaa kun gosa ispoortii Aadaa 11’n namoota 600 hirmaachisuun gaggeeffama jedhame.
Kaayyoon Shaampiyoonaa kanaaas Dorgommii Shaampiyoonaa Aadaa Oromiyaa marsaa 30ffaaf Dorgomtoota adda baafachuun qopheessuuf ta’uun himameera.
Sagantaan kun torban tokkoof tura.Diinayaas Bashiiriin.
