Home Oduu Afrikaa Nageenya Gaanfa Afriikaa waaressuuf carraaqqii waloo gaafata jedhame

Nageenya Gaanfa Afriikaa waaressuuf carraaqqii waloo gaafata jedhame

0

OBN Cyber Media, Mudde 09,2017-Rakkoo nagaafi tasgabbii Gaanfa Afriikaa furuuf carraaqqii waloo Abbootii Amantaa, jaarsolii biyyaafi qooda fudhattootaa akka gaafatu Barreessaa Olaanaan IGAD Dr. Warqinee Gabayyoo himan.

Dhimma kanarratti qindeessummaa IGAD’n Abbootiin Amantaa, jaarsoliin biyyaafi qooda fudhattoonni biyyoota Miseensa IGAD, Keeniya Mobaasaatti mari’ataniiru. Fuula miidiyaa hawaasaa Dr.Warqinee Gabayyoo wabeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version