‘OBN Cyber Media’ Mudde 10, 2017 Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii kuma 5 fi 728 leenjii haaromsaa xumuruun hawaasatti makamuu, Komiishiniin Haaromsaa Biyyaalessaa ibse.
Tigraayitti hanga ammaatti hidhattoonni kuma 6 leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti dabalamuutu himame.TOI







