Karoora nageenya biyyaalessaa Komishinaroonni Poolisii Federaalaa

Date:

Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannooleefi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenya biyyaalessaarratti mari’atan
OBN Hagayya 15/2016- Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannoofi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenyaa biyyaalessaa kan bara 2017 irratti mari’ataniiru.
Maricharratti Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel dabalatee Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannooleefi Bulchiinsa Magaalotaa hirmaachuusaanii Poolisii Federaalaarraa odeeffanne.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : https://www.facebook.com/OBNHornofAfrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...