‘OBN Cyber Media’ Amajjii 11,2017-Magaalaa Gondoritti milkaa’inoota argaman itti fufsiisuuf nageenya waaressuu barbaachisa jedhan,Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee.
Ayyaanni Cuuphaa Magaalaa Gondoritti Pirezidaanti Taayyee dabalatee bakka hoggantoonni mootummaa, daawwattoonni biyya alaa, abbootiin amantiifi hordoftoonni amantichaa argamanitti kabajamaa jira.
Sirna kanarratti Pirezidaanti Taayyeen ergaa dabarsaniin Magaalaan Gondar ulaa misoomaafi guddinaarratti argamuushee ibsuun, magaalittiin guddina ariifataa akka galmeessituuf lammiileen hundinuu nageenyarratti dhimmanii hojjechuu qabu jedhan. TOI
#cuuphaa#obncyber#Gondar#Ethiopia
All reactions:
