• Rakkoo siyaasaa karaa nagaan furuuf hojiin hojjetamaa jiru maal fakkaata?
• Lammiilee rakkoo nageenyaan qe’eefi qabeenyasaaniirraa buqqaa’an deebisanii dhaabuuf hojiin hojjetamaa jiru sadarkaa maaliirra jira?
• Rakkoo Naannoo Tigraayitti garaagarummaa siyaasaa keessummeessuu dhabuun uumame karaa nagaan akka hiikamuuf maaltu hojjetamaa jira?
Hojiirra oolmaan waliigaltee Piriitooriyaas sadarkaa maaliirra jira?
• Rakkoo hojimaata badaafi hannaa damee haqaarratti darbee darbee mul’atu waaraan furuuf maaltu yaadame?
• Fooyya’iinsa dinagdee Goorootiin walqabatee gatiin boba’aa dabalaa kan jiru waan ta’eef alseerummaa to’achuufis ta’e qaala’iinsa gabaa tasgabbeessuuf maaltu hojjetamaa jira?









