Dr. Injinaar Haabtaamuu Ittafaa

Date:

‘Hammattoon seera dhiyeessii tajaajilaafi qulqullina bishaanii magaalaa dandeettii dhaabbatummaa ijaaruufi bu’a qabeessummaasaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba’-Dr. Injinaar Haabtaamuu Ittafaa
OBN Hagayya 13,2016- Waltajjiin marii hammattoo seeraa kana ilaalchisuun Magaalaa Adaamaatti qophaa’eera.
Ministirri Bishaaniifi Inarjii Dr. Injinaar Habtaamuu Ittafaa hammaattoon seeraa kun hanqina bulchiinsaa, gabbisa dandeettii, qaqqabiinsaafi bu’a qabeessummaa tajaajila bishaan magaalaafi dhiheessii qulqullinaan wal qabatanii mul’atan guddisuuf akka dandeessisu himaniiru.
Bishaan magaalaafi tajaajila saaniteeshinii irratti hubannoo uumuun dhimma xiyyeeffannaa barbaadu ta’uusaa himaniiru. Ministeera Bishaaniifi Inarjiirraa odeeffanne

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...