Dr Geediyoon Ximootiwoos Ministirota biyyoota garaa garaa waliin mari’atan.

Date:

Dr Geediyoon Ximootiwoos Ministirota biyyoota garaa garaa waliin mari’atan.

‘OBN Cyber Media’ Sadaasa 03,2017-Ministirri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Dr Geediyoon Ximootiwoos Yaa’ii Raashiyaa-Afriikaa cinaatti Ministirota Biyyoota Raashiyaa,Ruwaandaa,Aljeeriyaa,Yugaandaa,Naamiibiyaa,Giinii,Aangoolaa,Moritaaniyaafi Koongoo waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanii kunis dhimmoota waloo biyyoota lamaaniirratti kan xiyyeeffatu ta’uu,odeeffannoon Ministeera Dhimma Alaarraa arganne ni mul’isa.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...