Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan kaleessa Baarseloonaafi PSG’n morkattootasaanii injifatan.

Dirree ofiirratti BVB waliin kan taphate Baarseloonaan goolii 4 fi 0'n injifatee gaggeesse. Taphataa cimaa taphichaa jedhamuun kan filatame lammiin Poolaandi umurii 36 Rooberyi Leevandoviskiin...

Liivarpuul waliigaltee Mohaammad Saalaa dheeressuufi

Waliigalteen Liivarpuul waliin qabu ganna dhufu kan goolabamu Mohaammad Saalaan waggoota lamaan dhufaniif Anfiildi tuuuf mallattoo qofatu hafe jedhame. Mohaammad Saalaan bara kana dorgommi hundaan...

Chaampiyoonsi Liigii Afrikaan Al Ahaalii, Maameloodi Sandaawonsiifi Piraayimiid walakkaa xumuraaf gahan.

‘OBN Cyber Media’ Ebla 01,2017-Chaampiyoonsi Liigii Afrikaan Al Ahaalii, Maameloodi Sandaawonsiifi Piraayimiid walakkaa xumuraaf yoo gahan har’a kilabni tokko isaanitti makamu ni beekama. Tapha deebii...

“Daballiin taarifaa Ameerikaa Itiyoophiyaaf dhibbaa qabaatus carraa investimentii alaa dabala “

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 30,2017-Taarifni kaffaltii gibira omisha alaa galanirratti buufamu yoo ta’u, biyyoonni omishtoota biyya keessaa jajjabeessuuf yaadanii hojiirra kan oolchani. -Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi...

MNO Makaanaayizeeshinii qonnaa babal’isuuf Tiraaktaroota ammayyaa qonnaan bultootaaf kennaa jira.

'OBN Cyber Media' Bitootessa 29,2017-Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomisha qonnaa caalmaatti teeknooloojiin utubuuf Makaanaayizeeshinii qonnaa ammayyaa qonnaan bultootaaf kennaa jira. Tiraaktarootni '"JOHN DEERE' raabsamuu jalqabanis abbaa...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img