Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Dimookiraasii dagaagsuufi bulchiinsa gaariin mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechuu barbaachisa” -Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 02,2017- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa taa'uu eegale. Af-aa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan dimookiraasii dagaagsuufi...

Abbaan Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo galma dhawaa dhaamsaa dongoree goorootti dhaamachuuf jilachaa jiru

OBN Cyber Media Guraandhala 03,2017-Abbaan Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo waggaa saddeettan gooroo gadoomaa geggeessaa ture xumurachuun galma dhawaa dhaamsa dongoree goorootti dhaamachuuf jilachaa jiraachuu...

Namtichi sobee miseensa tika nageenyaafi odeeffannoo biyyaalessaati ofiin jechuun, nama gowwoomsee Birrii miiliyoona 13 ol fudhate adabame.

Finfinneetti namtichi sobee miseensa tika nageenyaafi odeeffannoo biyyaalessaati ofiin jechuun, sooressa tokko gowwoomsee Birrii miiliyoona 13 ol fudhate hidhaa waggaa 14'n adabame. Magaalaa Finfinneetti namticha...

Shammarreen barreeffama harkaa miidhagaa tokko beekamtii argatte.

Barreeffamni harkaan barreessitan hagam miidhaga, barreeffama harkaa miidhagaa yoo qabaattan akka badhaafamuu dandeessan yaaddanii beektuu? Tibbana Neeppaalitti Shammarreen barreeffama harkaa miidhagaa qabdi jedhamte tokko beekamtii...

‘Bunni bosona keessatti misoomu dhandhamnisaa filatamaadha’ Qonnaan bultootaafi Qorataa Bunaa

'OBN Cyber Media' Amajjii 28,2017-Bosona kunuunsuun buna dhamdhama gaarii qabu argataa jirraachuu, Godina Jimmaatti qonnaan bultoonni Aanaa Maannaa himan. Gosti mukeen kunuunfamaniis iji bunaa guutuu...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img