Dhugasa Nigatu

27 POSTS

Exclusive articles:

Diinagdeen Itiyoophiyaa harka 7.2’n akka dabalu Fandiin Maallaqaa Addunyaa(IMF) raage

Bara faranjootaa xumuramuuf ji’oonni muraasni hafan kanatti Diinagdeen Itiyoophiyaa %7.2’n dabaluu danda’a jechuun Fandiin Maallaqaa Addunyaa raage. Dhaabbatichi raaga isaatiin Itiyoophiyaan bara 2026’ttimmoo %7.1’n...

Guyyaan dubartoota Baadiyyaa Addunyaa maaliif kabajama laata?

Dubartoonni baadiyyaa jiraatan ummata addunyaa keessaa harka 22 ta’u jedha ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa. Dhiibbaawwan siyaasaa, hawaasummaa fi Diinagdee dubartoota mogolee buusaa turan hanga tokko...

“Dacheen kubbaa taphadhe irraa qurxummii kiyyeesseen maamiltoota sooraa jira”- Dargaggoo Ismaayil Mohammad

Beenu shirri shirri  Haramaayaa deemnaa doonii yaabbannee wajjin gammanna  jettee Wallisfteetti amma bakka dhugaa kan jirtu Artist Haloo Dawwee osoo Haroon Haramaayaa hin badiin...

Waliigalteen waraana Gaazaa dhaabsisuuf mallatteeffame hangam amansiisaadha?

Haleellaa Onkoloolessa 7 Hidhattoota Hamaasiin Israa'elootaafi lammilee biyyoota alaa irratti raawwatameen lubbuun namoota kuma 1fi dhibba 2 galaafatamuu hordofee waggoota lamaaf goolama hamaa Gaazaa...

Malkaan Ateetee eessatti argama? Akkamiin maqaa kana argate Laata? ===================================

Hawwan Birraa barii Malkaatti ba'uun Araariyoo faarsanii fedhii garaasaanii uumaatti himatu. Irreechi Malkaa Ateeteemmoo Hawwan waliin hariiroo jabaa qaba. ‎Oromoon warra sirna guddicha sirna gadaan buludha. Ummata...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img