admin

53 POSTS

Exclusive articles:

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqan

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqan OBN Cyber Media Hagayya 29/2016- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii...

Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti qindeessaan kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa oomisha midhaanii aanaa Boosat daawwatan.

OBN Cyber 19,2016- Obbo Addisuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti misooma Atara boonsituufi Boloqqee daawwataniiru. Qonnaan bultoonni aanichaa hojii kanarratti hirmaatanis bu'aa gaarii akka abdatam...

Hojiin Misooma Kooridari magaaloota

OBN CYBER MEDIA Hagayya 19, 2016- Hojiin Misooma Kooridari magaaloota gara garaa keessatti hojjatamaa jiran guddinaafi walitti hidhaminsa magaalootaa waaraan kan cimsuu tahu Ministirri...

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad. OBN Cyber 19,2016- Yaa’insi bishaanii utuu hin gufatiin itti fufuusaatti dabalataan balballi bishaan ittiin...

Torbeen daldalaa addaa, “Kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhu guyyaa boorii jalqaba jedhame.

OBN Cyber Media Hagayya 18, 2016:- Torbeen daldalaa addaa, “Kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhu guyyaa boorii bifa addaan kan jalqabamu ta’uu, Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img