Hojiin Misooma Kooridari magaaloota

Date:

OBN CYBER MEDIA Hagayya 19, 2016- Hojiin Misooma Kooridari magaaloota gara garaa keessatti hojjatamaa jiran guddinaafi walitti hidhaminsa magaalootaa waaraan kan cimsuu tahu Ministirri Magaalaafi Misooma Bu’uuraa Aadde Caaltuu Saanii himaniiru.

Yaada Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad burqisiisaniin sadarkaa Magaaloota Itiyoophiyaa foyyeessuu danda’an misoomaawwan bu’uuraa magaalaa gara garaa keessatti raawwatamaa jiru.

Kanneen keessaa misoomni kooridarii kan eeramu yoo tahuu, wayita ammaa hojiiwwan misooma kooridarii Finfinnee dabalate magaaloota 31 keessatti hojjatamaa jira.TOI

Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:

Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmation=1

Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo

Feesbuukii OBN Afaan Oromoo+ https://www.facebook.com/profile.php?id=61560009941554

Feesbuukii OBN Horn of Africa : https://www.facebook.com/OBNHornofAfrica

Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic

Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish

Tiktok : https://www.tiktok.com/@obncyber

Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa

Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople

Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/

Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.

OBN Sagalee Uummataa

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...