Namichi mana jireenyaa namaa dallaarraan utaalee seenuun konkolaataarraa Ispookiyoo  hate mana hidhaa bu’e.

Date:

OBN Cyber Media Bitootessa 11,2017-Finfinneetti namichi mana jireenyaa namaa dallaarraan utaalee seenuun konkolaataarraa Ispookiyoo  hate mana hidhaa bu’e.

Himatamaan Habtaamuu Kabbadaa jedhamu hiriyyaasaa waliin ta’uun Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 8’tti halkan sa’aatii 8 irratti yakka hannaa raawwachuutu  ibsame.

Himatamtoonni lama ta’uun Konkolaataa Korollaa mooraa mana jireenyaa keessa dhaabbatterraa Ispookiyoo gatiin isaa Birrii kuma dhibba 1fi kuma 50 ta’u  hatanii miliquuf osoo yaalanii poolisiin Finfinnee  himatamaa Habtaamuu Kabbadaa jedhamu  kan to’ate yoo ta’u, miiltoonsaammoo miliquutu ibsame.  

Manni Murtii  sadarkaa jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Yakkaa Mannaagashaa ramaddii 2ffaa ragaa ilaaluun  himatamaa Habtaamuu Kabbadaa  hidhaa waggaa jahaafi walakkaan  adabeeraKan lafaa fuudhaatti kan ukaa buufti jechuun kan akkanaati mitiiree!Poolisii Finfinneerraa odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...