Home Qonna Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.

0
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Magaalaa Hawaasaa gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.
OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasaa gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu kanarratti Giifti duree Zinnaash Taayyaachoofi Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Dastaa Leedaamoo hirmaataniiru.Bulchiinsa Naannoo Sidaamaarraa odeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version