Home Oduu Afrikaa Dorgimmiin Daddaraaroo Marsaa 2ffaan xumurame.

Dorgimmiin Daddaraaroo Marsaa 2ffaan xumurame.

0

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05,2016- Dorgommii Daddaraaroo Marsaa 2ffaan Gareen kennaa addaan injifatan badhaasa Maallaqaafi Waancaa fudhatan.

Dorgommii Daddaraaroo Marsaa 2ffaa miilanaatiin kanneen kennaa addaatiin dorgoman keessaa 1ffaa bahuun kan injifate Gabbisayyoo Kabbadaa Waancaafi Birrii kuma dhibba 3 badhaafame.

Abrahaam Soorii 2ffaa bahuun birrii kuma dhibba 2 kan argate yoo ta’u, gareen Daabee 3ffaa bahuun badhaasa birrii kuma dhibba 1 argataniiru.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version