back to top

Kuusa OBN

Kantiibaa Adaanech Abeebeefi hoggantoonni olaanoon magaalichaa haadha Heeven jajjabeessaniiru

OBN Hagayya 15/2016 – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee yakka suukaneessaa mucaasheerratti raawwatameen waggaa tokkoo ol osoo haqa hin argatiin kan hafte haadha...

Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy simannaa Mootummaan Naannoo Sidaamaa taasiiseef galateeffataniiru. Oomistummaa hojiilee maaddii guutuu Magaalaa Hawaasaatti...

Dhaabbilee Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa

Dhaabbileen Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa, hoggansaafi hidhattoota garee shororkeessitoota naannoo daangaafi Keeniyaa keessatti socho’an irratti oppireeshinii eegalan cimsanii itti fufuuf kallattii kaa’an. OBN Hagayya 15/2016-Jilli Daareektara...

Hojii gaggeessaan olaanaa appii ergaa telegram Durov Faransaayitti to’annoo jala oole

Hojii gaggeessaan olaanaa appii ergaa telegram Durov Faransaayitti to'annoo jala ooleWorldcategory · Hagayya 25, 2024 · 8:05 AM GMT+3 Durov jeettii dhuunfaa isaatiin imalaa akka...

Nama qophii Caayaaf yaada kenne hidhuun maaliifi?

https://youtu.be/HfshDUeQt6c?list=PLDT_is-4LXBiwmXUAX2sQNutn0y26XDQK

Popular

Subscribe

spot_imgspot_img