Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Baarseloonaafi ‘PSG’n walakkaa xumuraaf darban.

Date:

Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Baarseloonaafi ‘PSG’n walakkaa xumuraaf darban.

‘OBN Cyber Media ‘ Ebla 08, 2017-Tapha deebii nuusa xumuraatiin gara Jarman kan imale Baaseloonaan goolii 3fi 1’n mo’amus qabxii torbee darbeen 4fi 0’n waan injifateef ida’ama goolii 5fi 3’n ibjifachuun walakkaa xumuraaf gahe.

Tapha birootiin, gara Ingilaandi imaluun  Aston Viilaa waliin kan taphate ‘PSG’n goolii 3 fi 2’n mo’amus, qabxii tapha duraa 3fi 1’n injifateen deeggaramee 5fi 4’n injifachuun darbeera.

Har’a halkan 4:00 eegalee Riyaal Maadriid-Arsenaal, Intar Miilaan- Baayer Muunik waliin taphatu.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...