back to top

Monthly Archives: August, 2024

Browse our exclusive articles!

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra

Waan yaadnee utuu galmaan hin gahiin Aduun baatee hin...

Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jira.BQO

Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jira.BQO

Kantiibaa Adaanech Abeebeefi hoggantoonni olaanoon magaalichaa haadha Heeven jajjabeessaniiru

OBN Hagayya 15/2016 – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech...

Dhaabbilee Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa

Dhaabbileen Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa, hoggansaafi hidhattoota garee shororkeessitoota naannoo...

Afaanota biyya keessaa

OBN Hagayya 14/2016:– Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee Yuunivarsiitii Barnootaa Kotobee waliin ta’uun hojiirra oolmaa afaan barnootaa lammaffaarratti mari’ate. Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee kanaan duras Yuunivarsiitii...

Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umurii 20 gadiirratti hirmaatu gara Peeruutti qajeele.

OBN Cyber Media Hagayya 18, 2016:- Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa ol adeemtota waggaa 20 gadii hirmaachisu Hagayya 21- 25 bara 2016 Peeruu Liimaatti gaggeeffama. Shaampiyoonii kanarratti...

Yaa’iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa’amaa jira.

Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa'amaa jira. OBN Cyber 14,2016- Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan qopheessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Adaamaa Galma Abbaa...

Dhaabbilee Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa

Dhaabbileen Odeeffannoo Itiyoophiyaafi Keeniyaa, hoggansaafi hidhattoota garee shororkeessitoota naannoo daangaafi Keeniyaa keessatti socho’an irratti oppireeshinii eegalan cimsanii itti fufuuf kallattii kaa’an. OBN Hagayya 15/2016-Jilli Daareektara...

Godina Shawaa Bahaatti midhaan dibataa lafa heektaara kuma 30 olirratti misoomaa jira.

OBN Cyber 14,2016- Godina Shawaa bahaatti midhaan dibataa gosa gara garaa lafa heektaara kuma 39 olirratti misoomaa jiraachuu Bulchaan Godinichaa Obbo Abbaabuu Waaqoo himan. Oromiyaatti...

Popular

Dorgimmiin Daddaraaroo Marsaa 2ffaan xumurame.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05,2016- Dorgommii Daddaraaroo Marsaa 2ffaan...

Oduu Bizinasii Wiixata Guyyaa sa’aa 7:00

https://www.facebook.com/OBNAfaanoromo/videos/469511789424986

Arsenaal Tootenhaamiin galchii 1fi 0’n injifate.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05, 2016 - Tapha Piriimeer...

Kantiibaa Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan.

‘OBN Cyber Media’Fulbaana 3/2017- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee...

Subscribe

spot_imgspot_img