Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa walakkaa xumuraan morkiin har’a Arsenaal dirree isaaraatti PSG waliin godhu xiyyeeffannoo argateera.

Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa walakkaa xumuraan morkiin har’a Arsenaal dirree isaaraatti PSG waliin godhu xiyyeeffannoo argateera. 'OBN Cyber Media' Ebla 21,2017-Maqaa masoo “The Gunners” kan moggaafate...

Haaromsi Aadaa Maaliif Barbaachise?

OBN Cyber Media Ebla 21,2017-Aadaan kan baratamu, kan qoodamu, mallattoon kan waliigalamu, amala hunda- galeessummaa, walitti hidhamuufi amala haaromuu kan qabudha.Biyyoonni addunyaa rakkoo gama hawaasummaa,...

Waancaa gurra babal’aa Chaampiyoonsi liigii Awurooppaa fudhachuuf kilaboonni afur walitti hafaniiru.

'OBN Cyber Media' Ebla 21,2017-Arsenaal, PSG, Baarseloonaafi Intar Miilaan keessaa kan injifate marsaa xumuraatti fulla'a. Kilabiin morkii xumuraatiin milkaa’e seenaan isaa bara baraan himamaafi. Sababiin...

Labsii Filannoo Miseensota Manneen Maree

Labsii Filannoo Miseensota Manneen Maree Aanaa, Ganda Baadiyyaa, Bulchiinsa Magaalaa, Aanaa Magaalaafi Ganda Magaalaa Naannoo Oromiyaa, Labsii lak 259 Bara 2016Download

Malaammaltummaan Diina Waloo Guddina Biyya Kanaati!

OBN Cyber Media Ebla 15, 2017-Malaammaltummaan diina waloo safuufi duudhaa uummata keenyaa, gufuu guddina biyyaa, nageenyaafi misooma keenyaa akkasumas humna badaa raawwii hojii keenyaa...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img