Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.

Date:

Misoomni qamadii raawwatamaa jiru wabii midhaan nyaataan of danda’uuf imala eegalame kan milkeessudha jedhan, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
OBN Cyber 12,2016- Jilli Pirezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti qamadii kilaasteraan misoome daawwateera.
Aanaa Cinaaksanitti makaanaayizeeshiniin qotuun aadeffamuun muuxanoo gaarii ta’uu Pirezidaanti Shimallis dubbataniiru.
Aanichatti barana qamadiin lafa heektaara kuma 28 irratti misoomaa jiraachuu ragaan Waajjira Qonnaa Godina Harargee Bahaa irraa arganne ni mulisa. Muktaar Hajjiitu gabaase.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...