Hojii gaggeessaan olaanaa appii ergaa telegram Durov Faransaayitti to’annoo jala oole

Date:

Hojii gaggeessaan olaanaa appii ergaa telegram Durov Faransaayitti to’annoo jala oole
Worldcategory · Hagayya 25, 2024 · 8:05 AM GMT+3


Durov jeettii dhuunfaa isaatiin imalaa akka ture TF1 gabaaseera. Poolisiin hanqina moodereetaroota Telegiraamii irratti mul’ate qorachaa akka jiru kan ibse yoo ta’u, kunis appii kana irratti sochiin yakkaa akka raawwatamu hayyama jedhanii yaadan.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...