Riyaal Maadriid,  waggaatti galii Yuuroo biiliyoona 1 ol argamsiisuun kilabii jalqabaa tahe.

Date:

OBN Cyber Media Amajjii 16,2017-Akka gabaasni waggaa ‘Deloitte’ mul’isutti, kilabni Ispeen bara dorgommii 2023fi24’tti galii Yuuroo biiliyoona 1.045 argateera.

Kunis Shaampiyoonsi Liigiifi Laaligaa kan injifate Maadriid kilabii jalqabaa waggaa tokko keessatti maallaqa Yuuroo biiliyoona 1 ol kaaznaa ofii keessa galchate isa taasiseera.

Galiin ispoonsaroota addaa irraa argame harka  19iin dabaluudhaan, bara darbe Yuuroo miiliyoona 400fi miliyoona 82 akka fide himama.

Kilabiin Ingiliz Maanchisatar siitiin Yuuroo miiliyoona 800fi miliyoona 37  ol argachuun sadarkaa 2ffaa, irratti yoo argamu, Kilabiin Firaansi  PSGn paawundii Miiliyoona 600fi miliyoona 80n Sadarkaa 3ffaa irra jiraachuu ‘SKY NEWS’ irraa odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...