Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.

Date:

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Magaalaa Hawaasaa gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.
OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasaa gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu kanarratti Giifti duree Zinnaash Taayyaachoofi Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Dastaa Leedaamoo hirmaataniiru.Bulchiinsa Naannoo Sidaamaarraa odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...