Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan

Date:

OBN Cyber Media Mudde 28,2017-Hayyuun dinahdee fi qabsaa’aa gameessi Oromoo  Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru.

Du’aan boqochuu, Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad gadda itti dha’ame ibsaniiru.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin Obbo Bulchaa Dammaqsaa boqochuusaaniitti gadda natti dhagahamen ibsa.

Waan danda’an hundaan biyyasaaniifi Afrikaa kan tajaajilan, ejjennoosaaniitiin cimaa, uummattoota walitti-dhiyeessuuf kan dhama’an, waan dhugaadha jedhanii itti amanan eessattuu yoomiyyuu kan dubbatan turani.

Maanguddoota ciccimooo akkasaanìi dhabuun biyyaa miidha. Uumaan lubbuusaanii haa simatu jedhuun ibsaniiru.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...