Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

Date:

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy simannaa Mootummaan Naannoo Sidaamaa taasiiseef galateeffataniiru.
Oomistummaa hojiilee maaddii guutuu Magaalaa Hawaasaatti gamaaggamuu himaniiru.
Duula dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo sadarkaa biyyaatti gaggeeffamu dursinee ashaaraa keenya keenyerra jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...