Sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 17 bara 2016

Date:

Ummattoonni biyyattii sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 17 bara 2016 guutuu biyyaatti qophaa’u irratti akka hirmaatan waamichi dhihaate.
OBN Cyber Hagayya 15/2016 – Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amanteefi Ministir deetaan ministeera Tajaajila kominikeeshiinii Mootummaa Salaamaawwit Kaasaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ilaalchisuun ibsa kennaniiru.
Hagayya 17/2016 biqiltuun miiliyoona 600 guutuu biyyaatti dhaabama.
Itoophiyaanonni yoo tokkummaan ka’an, raajii hojjechuu danda’u kan jedhan, Ministir deetaan Ministeera Tajaajila Kominikeeshiinii Mootummaa Salaamaawwit Kaasaa, dhaabbiin biqiltuu guyyaa tokkoo ganama sa’aatii 12:00 hanga galgala sa’atii 12:00’tti kan turu ta’uu eeran.
Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amantee biqiltuu barana dhaabbattu keessaa harki 56 biqiltuu bu’aa gam-daneessa qaban ta’uu eeran. Badhaasoo Hayileetu gabaase.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Misooma Ashaaraa Magariisaa; Dinagdee Magariisaa ijaaruuf bu’uura kaa’e!

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Riqicha Kaleessaafi...

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...