Torbeen daldalaa addaa, “Kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhu guyyaa boorii jalqaba jedhame.

0
252

OBN Cyber Media Hagayya 18, 2016:- Torbeen daldalaa addaa, “Kan Itiyoophiyaa bitaa” jedhu guyyaa boorii bifa addaan kan jalqabamu ta’uu, Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.

Sirna kanarratti wiirtuu agarsiisa oomishaalee alaa dhaabbileen mootummaafi dhuunfaa yeroo jalqabaaf waloon qopheessantu bakka qaamoleen adda addaa argamanitti agarsiisaaf dhiyaata.

Kanamalees, Gamoon Biiroof ijaarame ni eebbifama, meeshaaleenis gatii madaalawaan hawaasaaf akka dhiyaataniif Baazaariin ni banama jedhame.

Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaarraa Odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here