back to top

Firaansi Afriikaa keessaa shororkeessummaa balleessuuf tattaaffii taassifamu….

Date:

OBN Cyber Media Fulbaana 8,2017-Koreen dhaabbii dhimmoota nagenyaafi hariiroo alaa Mana maree bakka bu’oota uummataa Garee hariiroo alaa Michummaa Gaanfa Afrikaa Mana Maree Firaansi simachuun waliin mari’ateera.

Dursaan Garichaa Seenaataer Huug Saarii, Itiyoophiyaan michuu seena qabeettii Firaansi ta’uu eeruun Firaansi Gaanfa Afriikaafi guutummaa Afriikaa keessaa shororkeessummaa balleessuuf tattaaffii taassifamu milkeessuuf Itiyoophiyaa waliin kan hojjettu ta’uu himaniiru. Mana Maricharraa odeeffanne

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dorgimmiin Daddaraaroo Marsaa 2ffaan xumurame.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05,2016- Dorgommii Daddaraaroo Marsaa 2ffaan...

Oduu Bizinasii Wiixata Guyyaa sa’aa 7:00

https://www.facebook.com/OBNAfaanoromo/videos/469511789424986

Arsenaal Tootenhaamiin galchii 1fi 0’n injifate.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05, 2016 - Tapha Piriimeer...

Kantiibaa Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan.

‘OBN Cyber Media’Fulbaana 3/2017- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee...