Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa badhaasa 2024 “World Travel Awards”irratti dameewwan jahaan kaadhimame.

1
321

 OBN Cyber Media Hagayya 18,2016:- Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa badhaasa 2024“World Travel Awards”irratti dameewwan jahaan kaadhimamaa ta’ee dhiyaachuu ibse.

Dameewwan badhaasaaf itti kaadhimames Daandii Xayyaaraa Filatamaa Afriikaa, Daandii Xayyaaraa Damee Biizinasiifi Dinagdeen filatamaa, Daandii Xayyaaraa Biraandii filatamaa, Daandii Xayyaaraa barruulee bashannanaa wayita balalii dhiyeessuun filatamaa, Daandii Xayyaaraa Hoteela Galma Konfiraansii filatamaa qabu ta’uun dhiyaachuutu ibsame.

Badhaasa itti kaadhimame injifachuufis lammiileen liinkii https://www.worldtravelawards.com/vote-r3#votenow fayyadamuun sagalee akka kennaan gaafateera. Yeroon turtii lammiileen sagalee itti kennanis hanga Qaammee 3 bara 2016 ta’uutu hime.

Daandii Xayyaaraa Itiyoophiyaarraa odeeffanne.

Vote in the annual World Travel Awards

1 COMMENT

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here