back to top

Oduu

Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy simannaa Mootummaan Naannoo Sidaamaa taasiiseef galateeffataniiru. Oomistummaa hojiilee maaddii guutuu Magaalaa Hawaasaatti...

Yaa’iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa’amaa jira.

Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa'amaa jira. OBN Cyber 14,2016- Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan qopheessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Adaamaa Galma Abbaa...

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.

Misoomni qamadii raawwatamaa jiru wabii midhaan nyaataan of danda'uuf imala eegalame kan milkeessudha jedhan, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. OBN Cyber 12,2016- Jilli...

Dr. Injinaar Haabtaamuu Ittafaa

‘Hammattoon seera dhiyeessii tajaajilaafi qulqullina bishaanii magaalaa dandeettii dhaabbatummaa ijaaruufi bu’a qabeessummaasaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba’-Dr. Injinaar Haabtaamuu Ittafaa OBN Hagayya 13,2016- Waltajjiin marii hammattoo...

Lammiileen kuma 134 ol galmaa’anii leenjiii Koodarootaa fudhachaa jiru-TKM

Leenjii “Koodaroota Itiyoophiyaanoota miiliyoona 5’n” lammiileen kuma 134 ol galmaa’uun yeroo ammaa leenjicha fudhachaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Ministir Deetaan Tajajailichaa Salaamaawwit Kaasaan ibsa...

Popular

Subscribe

spot_imgspot_img