back to top

Oduu

Lammiileen kuma 134 ol galmaa’anii leenjiii Koodarootaa fudhachaa jiru-TKM

Leenjii “Koodaroota Itiyoophiyaanoota miiliyoona 5’n” lammiileen kuma 134 ol galmaa’uun yeroo ammaa leenjicha fudhachaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Ministir Deetaan Tajajailichaa Salaamaawwit Kaasaan ibsa...

Ministirri Maallaqaa, Obbo Ahimad Shiidee Godina Jimmaatti Avokaadoo gabaa alaatti erguu eegalchiise.

Ministirri Maallaqaa, Obbo Ahimad Shiidee Godina Jimmaatti Avokaadoo gabaa alaatti erguu eegalchiise. OBN Hagayya 12, 2016- Barana Avokaadoo Kiilogiraama kuma dhibba 3fi kuma 20 gabaa...

Sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 17 bara 2016

Ummattoonni biyyattii sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 17 bara 2016 guutuu biyyaatti qophaa’u irratti akka hirmaatan waamichi dhihaate. OBN Cyber Hagayya 15/2016 - Ministirri Qonnaa Dr....

Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy simannaa Mootummaan Naannoo Sidaamaa taasiiseef galateeffataniiru. Oomistummaa hojiilee maaddii guutuu Magaalaa Hawaasaatti...

Yaa’iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa’amaa jira.

Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa'amaa jira. OBN Cyber 14,2016- Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan qopheessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Adaamaa Galma Abbaa...

Popular

Subscribe

spot_imgspot_img