back to top

Oduu

Injifannoo aarsaa qaaliin argate dafqa isaatiin itichaa jiraachuu qabatamaan mirkaneessaa jira

OBN Cyber Hagayya 17,2016- Dhaabbii biqilaa Ashaaraa Magariisaa Hagayya 17 guutuu Oromiyaatti gaggeeffamaa ooleen uummanni naannoo keenyaa eegeree dhalootaa har’a ijaaruu akka danda’u gochaan...

Finfinneetti barnoonni bara 2017 eegale

'OBN Cyber Media' Fulbaana 06, 2017- Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara barnootaa 2017 har’a eegaleera. Maddi:- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee.

Karoora nageenya biyyaalessaa Komishinaroonni Poolisii Federaalaa

Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannooleefi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenya biyyaalessaarratti mari’atan OBN Hagayya 15/2016- Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannoofi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenyaa biyyaalessaa kan bara 2017...

Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho'aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan. OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin, Magaalaa...

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra

Waan yaadnee utuu galmaan hin gahiin Aduun baatee hin dhiitu waan ta'eef guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra jedhan, Ministirri Muummee...

Popular

Subscribe

spot_imgspot_img